News

Hujjii  fakkeenna dansaa namaaf ta’u

By , July 12, 2022 10:50 am
Adii Dhokkoo

Haatoo Adii Dhokkoo Galmaa jirattuu Godina Booranaa, aanaa Dhaas ganda Goorileeti. Omisha Qaaraa (chili) omishuun waggaa 8 oli lokkofsiftee jirti.  Akka Haatoo Adiin jettuttii bu’aan omisha qaaraa kana irraa argame hin tilmaamamu. Galii argachuu bira dabree guyyaa ollaan jila qabu gumaachinaaf jetti. Kun hujjii dansaa namii dhibiin irraa baratee babalachuu qabuu fi hojjii boonsaa dha. Ufiin ufi danda’uu jechuun akkana. Haatoo Adii Dhokkoo nama hedduuf fakeenna dansaa ta’uu dandeetti.

Yo namii cuftii bifa tanaan hojjate qaalayiinsa jirreennaa dabsannee akkasuma hiyyummaa keessaa ba’uu dandeenna.

Barruu fi Viidiyoo kan walti nuuf qabe: Guyyoo Waaqooti. Galatoomi jennaan. 

Diqqaa Godanaa Tuni