News

Deeggarsii uumata Godina Booranaa

By , May 22, 2022 11:05 am

Deeggarsii uumata Godina Booranaatti hoolaan
midhame gargaaruuf tolfame uumata dhaqqabee jira.
Deegarsa kana dhalattoota Godina Booranaa biyya
jiran, Boorana gama Keenyaa jiraatuu fi dhalattoota
Godina Booranaa biyya ormaa (diyaasporaa) jiraniitti
uumata ufii gargaaruuf walti qabe. Kun seenaa
tokkummaa uumata keennaa keessaatti fulaa guddoo
gaba. Asin dura uumatii keenna fulaa jira cufaa bifa
kanaan walti dhufee tokkummaan waan akkanaa
hojjatee hin beeku. Warri waan kana milkeessuuf
keessumaatti qooda fudhatan Waldaa Beektota
Boorana (Borana Scholars Association, Ethiopia),
Borana Professional Association, Kenya and Borana
Diaspora Community.
Unity is strength! Horaa bulaa deebaanaa!

BGM